Have you written a master thesis or a bachelor thesis?

Then GlobeEdit has the right offer for you.

We will publish your research!
More infos >

Login


Elfelejtett jelszó?


Subscribe to our mailing list

Seenaan Abbaa Qabu Hinbadu

Seenaan Abbaa Qabu Hinbadu

Aannolee fi Ashalamo

GlobeEdit ( 27.01.2025 )

€ 115,90

Vásárlás a MoreBooks! Shop-ban

Barreeffamni kun seenaa fi taateewwan Arsii keessatti raawwatame qofa kan ibsu fakkaatus keessa lixxee yoo dubbistu Oromiyaa fi Itiyoophiyaan maal keessa jirti? jettee yoo gaafatte deebii kan itti argattuu dha. Kitaaba kana keessatti jaalalli dhugaa kan Obsituu fi Ilfinesh Qannoo fa’a biyyaaf qaban argitee dinqisiifatta. Gaaffii Hulluuqaa, Quuxessaa, Morkee Baqataa, Galaanee, Duumechaa Cawwaaqaa fi taatota biraa eenyummaa isaanii kan dhugaa irraa mulqitee argita. Seenaa Aannolee fi Ashalamoo gadi fageenyaan ibsamuu baatullee, fuul-dura qorattootnii fi barreesitootni seenaa gahee isaanii akka bahan waan taasisuuf yaalii koo akka salphaatti fudhattu jedhee hin-yaadu. Sadarkaa Dimokiraasiin Ityoophiyaa irra gahe irratti hundaa’uun falmattootni miliyoonaan ni uumamu waan ta’eef kana booda wal tuffannaa fi ciqileen gadi wal-qabuun amma mul’atu kunis ni dhaabbata jedhee amana. Barreeffamni “Seenaan Abbaa Qabu Hin-badu jedhu kun “Aannolee fi Calanqo taatee sobaati warri jedhan eenyu akka ta’an hanga tokko ni ibsa. Seenaa walii dabsuu fi wal cabsuu nuti wal irratti raawwachaa jirru tookko amanee tokko shakkee fudhachuu danda’a.

A könyv részletei:

ISBN-13:

978-620-6-79592-6

ISBN-10:

6206795926

EAN:

9786206795926

A könyv nyelve:

Afrikaans

Szerezte:

Barisoo Amaloo

Az oldalak száma:

560

A megjelenés napja:

27.01.2025

Kategória:

Egyéb